Iyyaafatni (biroosariin) keessan dogoggora qaba. Gara ammaayyaa’atti akka fooyyessattan yaada kennina.

Gloria Delgado Inglada

Gloria Delgado Inglada

Universidad Nacional Autónoma de México, Meeksikoo

Gilooriyaan biyya Ispeen, magaalaa jaallattu Maadriiditti dhalatte.Bara 2004 Astironoomii barachuuf gara Meksiikoo deemtee, ergasii biyyuma kana jiraachaa turtee,jalqaba Pu’eeblaa amma immoo magaalaa Meksiikoo keessa jiraachaa jirti. Qorannoon ishee caalaatti nebulaawwan ayoona’an irratti xiyyeeffata; kanas waa’ee uumamuu ykn oomishamuu,fi jijjiirama suutaa elementoota gaalaaksii keessaa barachuuf itti fayyadamte. Gilooriyaan dubbisuu fi barreessuu akkasumas deemuu fi saree ishee dinqisiisaa kan ‘Aneekuwii’ jedhamu waliiin sa’a murtaa’eef taphachuu jaallatti. Sosochii hubannoo uumuu irratti, gama saayinsiin kan dhaggeeffachuun baratan (poodkaastii) dabalatee, barruu xiqqaa ‘Eel Biichoo Azul’ jedhamu gulaaluu fi barruulee adda addaa barreessuu irratti baay’ee cimtuu dha.