Iyyaafatni (biroosariin) keessan dogoggora qaba. Gara ammaayyaa’atti akka fooyyessattan yaada kennina.

Waa’ee:

TUIMP: “The Universe in my pocket.” hiikkaansaa, “Hawaan kiisiikoo keessa.” Kan jedhu bakka bu’a.

“Sababinsaa, mata-duree hundaratti dokumentii piriintii gootee, dadachaaftee kitaaba bexxellee kiisiitti baachuu dandeessu argatta waan ta’eef.

Piriintara yoo dhabdes, kitaaba bexxellee kana iskiriiniirraa ilaaluu yookaan dubbisuu dandeessa.

Kitaabilee bebexxellee, afaan hedduun jiru.

Garee:

Hundeessitoota:

Gumaachitoota:

Web developer:

Quunnamtii:

Nuuf barreessuu yoo barbaaddan, unka gadii fayyadamaa:

Hayyama:

TUIMP’n pirojektii gamtaan hojjetamuu fi qabiyyeen garee keenyaan qophaa’u hundinuu, addunyaa kanarra kan jiran namootni kam iyyuu bilisaan itti fayyadamuu ni danda’u. Salphaatti kan gaafannu, hojiin keenya yeroo hundaa gatiin kan itti kennamuu fi kaayyoo daldalaa kan of keessaa hin qabne ta’uusaati. Odeeffannoo gadi-fageenyaaf, furtuu Hayyama Waliigala Kalaqa armaan gadii irratti cuqaasi!

Creative Commons License